Xurree ittiin seenan

Breaking News

Laftii Uumamuu Vaayrasiin Koronaa Chaayinaa Ta'u Afaan Guuteen Dubbadha: Traamp


Vaayrasiin koronaa Laaboraatorii Chaayinaa kessatti jalqaba argamu isaaa of-irratti amantaa guddaan dubbadha jechuun Prezidaantiin Yunaaytid Isteetes Donaald Traamp kamiisa kaleessaa dubbatan.

Kanaafis ragaa tika biyyaa biraa qabduu jedhamanii kan gaafataman Traamp eeyyeeqaba garu dubbachuuf aboo hin qabu jedhan.

Hayyoonni saayinsii vaayrasichii Wuhaan Chaayinaa irraa ka'u irratti walii galuu.

Garu attamiin beeleedaalee irraa gara namaatti darbe? isa jedhuuf deebiin dhabame.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG