Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchiinsa Naannoo Somaalee Keessaatti Namnii 6 Dhukkuba Koovidiin Qabaman

Hundii isaanii biyyoooota ollaa ta'an Somaaliyaa fi Puunt Laand irraa dhufanii waaltaa tokko keessatti adda baafamanii ka'aman.

Jiraattonni eegumsii daangaa yaaddeessaa ta'u dubbatan iyyu bulchiinsii naannoo immo eegumsii daangaa jabaa ta'u ibsee jira jechuun Addis Chekkol Ibsee gabaasee jira.

This item is part of
XS
SM
MD
LG