Xurree ittiin seenan

Breaking News

Balaan Xayyaaraa Somaaliyaa Keessatti Mudate Lubbuu Namootaa Galaafate

Somaliyaa naannoo kibba gama dhiyaa magaalaa Bardale cinatti xayyaarri tokko kufee caccabuu isaan namoonni ja’a du’uu angawoonni Somaaliyaa beeksisaniiru.

Ministeerri geejjiba naannoo Hassan Huseen VOA saganta Afaan somleef akka ibsanitti xayyaarattiin meeshaalee wal’aansa fayyaa, saapana bookee busaaa of irraa ittisanii fi meeshaalee a biro magaalattiif geessaa turte.

Sababaan balaa Sanaa qoratamaa jidraachuun gabaasameera.

This item is part of
XS
SM
MD
LG