Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gurmuun “UN Watch” Jedhamu Biyyoonni Sadii Gumii Mirga Namoomaa Tokkummaa Mootummootaatti Akka Hin Filatamne Gaafate


Gurmuun dhimma mirga namoomaa qoratu tokko akka biyyoonni sina dimoookiraasiin bulan Raashiyaa, Kuubaa Saawudii Arabiyaan miseensummaa Gumii Mirga Namoomaa Tokkummaa Mootummootaatti filatamuu irraa akka dhorkan gaafatee jira.

Galmeen mirga qabinsa mirga namoomaa biyyoonni sadeen qaban Jaarmayicha Mirga Namoomaa Tokkummaa Mootummootaa biyyoota miseensotaa 47 of keessatti miseensa tahuu irraa isaan dhorka, jedha – Gurmuun “UN Watch” jedhamu.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Gurmuun “UN Watch” Jedhamu Biyyoonni Gumii Mirga Namoomaa Tokkummaa Mootummootaatti Hin Filatamne Gaafate
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:11 0:00


XS
SM
MD
LG