Xurree ittiin seenan

Breaking News

Addi Bilisummaa Uummata Tigraay (TPLF) Sadarkaa Bulchinsa Naannoo Ofitti Filannoo Geggeesuf Murteesse


Addi Bilisummaa Uummata Tigraay (TPLF) walgahii guyyutaaf gaggeessaa ture booda ibsa baaseen sadarkaa bulchinsa naannoo ofitti filannoo gaggeessuuf murteessuu isaa beeksiise.

Filannoon guutuu biyyaa yeroo biraatti darbuu kan mormee paartiin kun mummichi ministeeraa Abiyyi Ahmad heeraan ala aangoo irra turu barbaadu jechuun himate.

paartii biyya bulchaa jiru Badhaadhiina irraa Obbo Awwaluu Abdii yaada kennaniin sababaa weerara koronaan filannoon eega hafee booda mootummaan maal ta'uuf deema ? isa jedhu irratti gama heera mootummaan furmaata arguuf jecha qaamnii dhimmi ilaallatu hojaataa jira jedhan.

Angoo siyaasaa caalaa nageenya uummataaf ilaalacha duraa kennuun barbaachisaa waan ta'eef irratti hojjatamaa akka jiru ibsanii jiran.

Kanaaf furmaani karaa heeraa ni argama abdii jedhu qaban jechuun Obbo Awwaluun dubbatanii jiru.

Addi Bilisummaa Uummata Tigraay (TPLF) Sadarkaa Bulchinsa Naannoo Ofitti Filannoo Geggeesuf Murteesse
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:24 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG