Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naayjeriyaan Uggura Keessee Laaffiste Jirti


Naayjeriyaan dinagdeen ishee akka hin miidhamneef jechs weerara ittisa vaayrasii koronaa ittisuuf jecha ugguura keessaa turte hanga tokko laaffistee jirti.

Torbanneen hedduuf guutuummaa biyyatti keessatti uggurri hojii irra olaa ture kun daldala miliyoona hedduu eega miidhee booda a wiixata kaleessaa kana laaffiftee.

Qeeqxonni garu uggura kana laaffisuun fayyaa uummataa irratti miidhaa guddaa geesiisa jedhu.

XS
SM
MD
LG