Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessaa Lakkoobsi Namoota COVID -19n Qabamanii Dabalaa Deeme


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Itiyoopiyaa keessaa har’a namoonni 17 haaraa COVID-19n qabamuun yoo gabaasamu guyyaa tokkootti lakkoobsa guddaa ta’uu isaa ti.

Kanneen keessaa 7 bakka namoonni vaayiresii kanaan qabamuun shakkaman keessa tursiisaman kan naannoo Affaar yoo ta’u namoonni gamas jiranis kanneen biyya hollaa Jabuutii keessaa biyyatti deebisaman.

Namoonni ja’a haaraa vaayiresiin koronaa keessatti argame immoo naannoo Somaalee irraa ti. Martinuu Puntilaand irraa yoo ta’en kanneen waaltaa namoonni keessa tursiisaman kan naannoo Somaalee keessa ka jiran ta’uu Addis Chekkol gabaaseera. 6 of the new COVID

XS
SM
MD
LG