Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namni Yaada Isaa Ibsachuuf Hidhamuu Hin Qabu: Human Rights Watch


Mooutmmaan Itiyoopiyaa lammiiwwan isaa vaayiresii koronaa irraa ittisuu maqaa jedhun labsii yeroo hatattamaa labseen mirga dubbachuu lammiiwwanii ittiin uukkaamsaa jira jechuu dhaan gareen mirga namaa Human Rights Watch qeeqa dhiyeessee jira.

Namoonni miidiyaa hawaasaa irratti barreessan ni hidhamu kan jedhe gareen kun mootummaan namoota yaada ofii ibsan hidhuu dhaabuu qaba jedhee jira.

Miidiyaa hawaasaa irratti barreessuun yaada koo ibsuu koofan mana jireenyaa koo Finfinnee jiru irraa qabamee kana naannoo Harariitti geessameen guyyoota 32f hidham kan jedhan abukaatoon fedha ofiin waldaa dubartoota ogeessota seeraa Itiyoophiyaaf dgaabatan, dhuma irratti jiddu seeniinsa abbaa alangaa biyyoolessaan hiikamuu isaanii dubbatu jechuu dhaanTsiyoon Girmaa gabaasteetti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG