Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obbo Berekeet Simoonfaa Adabi Hidhaa fi Qarshii Itti Murtaa’e

Manni murti walii gala naannoo Ajmaaraa angawoota mootummaa sadarkaa ol aanaa duraanii obboo Bereket Simoon-n hidhaa wagga ja’aaf qarshii kuma kudhanii adaba yoo itti muru, obbo Taaddesee Kaasaa immoo hidhaa wagga saddeetii fi qarshii kuma 15n akka adabaman murteesseera.

This item is part of
XS
SM
MD
LG