Xurree ittiin seenan

Breaking News

Iraan Miseensoonni Humna Galaana Ishee Ajjeefamuu fi Madaa'uu Beeksiifte


(Suuraa faayilii)

Miseensoonni Humna Galaana Iraan 19 ajjeefamanii 15 immoo madaa'uu isaanii kan ibse Televiziyoonni mootummaa Iraan kunis dhukaasa dogoggoraan ta'e irratti jedhee jira.

Shaakala Iraan gama Kibbaa fi galoo Omaan keessatti ta'een walii isaanii rukutan.Shaakala akkasii Iraan gaggeessuun waan haaraa miti jedhameera.

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG