Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiyyeeyyiin Haftee Nyaata Barattoota Yunivarsitii Baahiirdaar Argataa Turan Waan Nyaannu Dhabne Jedhan


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Yunivarsitiin Baahiirdaar sababaa vaayrasii koronaan waan cufameef jecha hiyyeeyyiin haftee nyaata barattootaa argataa turan beelaaf saaxilamne jedhanii jiru.

Hiyeeyyii ta'uun isaanii gandeen irraa waraqaan eega kennameefii booda nyaata argatan kana hanga tokko nyaatanii kaan immoo googsanii gurguruun kiraa manaa kan baafatan ta''u dubbatu.

walii galaan 160 kan ta'an hiyeeyyii kana gargaaruuf biyya alaa keessa kan jiraatan dhalattonni Baahirdaar maallaqa walitti qaban hunda isaanii ga'u akka hin dandeenye ibsamuu isaa Asteer Misgaanaaw Baahidaar irraa gabaastee jirti

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG