Xurree ittiin seenan

Breaking News

Uummanni Weerara Vaayrasii Koronaaf Ilaalchi Qabu Yaaddeessaa Dha: Angawaa


Bulchiinsa naannoo uummattoota Itiyoophiyaa gama kibbaa keessatti Industriiwwanii fi dhaabatoonni barnoota sadarkaa olaanaa meeshaalee weerara dhukkuba Koviid ittiin ittisan oomishuu duula gaggeefame keessatti hirmaachuu isaanii waajirri dhimmootii komunikeeshinii naannoo sanaa beeksisee jira.

Mootummaan naannoo hojii hedduu gaggeessaa akka jiru ta'u fi uummanni garu maal-dhibdee fi dagannaan agarsisaa jiru gatii guddaa nu baasiisa jechuun itti gaafatamtuun waajiira kominikeeshinii Aaddee Sannaayit Solomoon mirkaneessuu isaanii Yonaataan Zabdiwoos gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG