Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hikkaa Seeraa Kennuuf Hojjatamaa Jira: Aaddee Maazaa Ashanaafi


Walitti qabduu gumii dhimma heera qulqulleesuu, Aaddee Maazaa Ashanaafi
Walitti qabduu gumii dhimma heera qulqulleesuu, Aaddee Maazaa Ashanaafi

Mootummaan Ititoophiyaa baatii Fulbaana dhufu barri aangoo isaa ennaa xumuruu biyyatti maaltu bulcha? gaaffii jedhuuf manni marii bakka bu'oota uummataa hikkaan seeraa akka itti kennamuuf mana maree Federeshinii gaafachuun isaa ni yaadatama.

Kunis kan gaafatamee sababaa dhukkuba Koviid-19n kan ka'e filannoo guutuu biyyaa barana akka hin gaggeeffamne bordiin filannoo eega murteessee booda.

Aaddee Maazaa Ashanaafii walitti qabduu gumii dhimma heera qulqulleesuu yoo ta'an har'a ibsa kennaniin deebiin isaa yeroo gabaabaa keessatti kan kennamuu ta'u ibsan.

miseensoota gumii kanaa kan ta'an namoonni 10 gaaffii dhiyaate irratti hojjachuu jalqabuu isaanii kan ibsan Aaddee Maazaan hikkaan heeraa ni barbaachisaa? isa jedhuus qorhar'a ibsame.

Aaadee Maazaa Ashanaafii prezidaantii mana murtii waliigala kan Itiyoophiyaa ta'uun isaanii ni yaadatama.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG