Xurree ittiin seenan

Breaking News

Konkolaataan Biyya Hollaa Irraa Itiyoopiyaa Seenu COVID-19n Akka Hin Facaafne Ni To’atamu Jedha Bulchiinsi Dirree Dhawaa


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Bulchiinsi Dirree Dhawaa shofeerota konkolaatota fe’umsaa oofaniin vaayiresiin koronaa biyyoota hollaatii gara Itiyoopiyaa akka hin seennee fi hin facaane gochuuf hojjetaan jira jechuun beeksise.

Itti gaafatamtuun waajjirichaa aadde Lemlem Bezzaabbih VOAf akka ibsanitti konkolaataan gurguddaa fi shofeeronni kun Dirree Dhawaa dhufan kun bakka adda baafame akka tursiisaman taaasisamu.

Dirre Dhawaa keessa darbanii shofeerota gara walakkeessa biyyaatti deemaniifis qorannaan eegumsa fayyaaf barnoonni barbaachisaan ni kennamaaf jedhan jechuu dhaan Addis Chekol gabaaseera.

XS
SM
MD
LG