Xurree ittiin seenan

Breaking News

Asmaraa Keessatti Qorannaa Vaayrasii Koronaa Jalqabamee Jira


Ertraa keessatti faca'iina vaayrasii korobaa hangam akka faca'ee hubachuuf kan gargaaru qorannaan jalqabaa Dilbata dabree Asmaraa keessatti jalqabamee jira.

Qorannaan kun kutaalee biyyatti adda addaa keessatti kan itti fufuu yoo ta'uun ibsamee jira.

Ba'iin qorqnnaa kanaa fi kan addunyaa akkasumas kan kutaa sana keessaa ilaalamee gara fuula duraatti qorannaan gaggeeffamu maal ta'u akka qabu kan agarsiisuu ta'a jechuun gareen dhukkuba koviid-19 ittisuuf hundeeffame hubachisuu isaa Birhaanee Berhe Asmaraa irraa gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG