Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tigraay Keeaasstti Labsii Koronaa Kanneen Hin Kabajne Irratti Polisiin Dhukaasee Jira


Magaala Maqalee, Tigiraay
Magaala Maqalee, Tigiraay

Magaalaa Maqalee keessatti labsii hatattamaa weerara vaayrasii koronaaf ba'e kanneen hin kabajnee namnii tokko ajjeefamee kanneen biroon lama polisotaan madaa'uun ibsamee jira.

Tarkaanfiin akkasii baatilee darban lama keessatti yeroo lammataaf fudhataman.

Kunis uumamnni wal irraa fageenya eeggachuu qaban kan ilaaleen labsii ba'e hin kabajiin hafan jechuun akka ta'e polisiin ibsuu isaa Mulugeeta Atsebahaa gabaasee Jira.

XS
SM
MD
LG