Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walitti Bu’iinsi Naannoo Kibbaa Eenyummaa Irratti Hundaa’e Deebi’ee Ka’e


Naannoo uummattoota kibbaa godinaa Guraazee Maarreqoo fi Mesqaan gidduutti walitti bu’iinssa eenyummaa fi lafti kan kooti jechuun irra deebi’ee ka’een namoonni kudhan du’uu jiraattonni naannoo dubbataniiru.

Itti gaafatamaan dhimootii kominikeeshinii mootummaa godina Sanaa, walitti bu’iinsa sanaan lubbuun namoota ja’aa darbuu ibsan. Dhimma kana irratti ibsa akka kennanii fi waajjirri nagaa fi nageenya naanoo Sanaa fi itti gaafatamtoonni bulchiinsa godina Guraagee bilbilamuufis deebii akka hin argatiin Yonaattaan Zebdwoos gabaaseera.

Yaadawwan Ilaali

XS
SM
MD
LG