Xurree ittiin seenan

Breaking News

Uummanni Buruundii Har'a Sagalee Kennaa Jira


Uummanni Miliyoona 5 caalaan prezidaantii waggoota 15 aangoo irra turan nama bakka bu'u filachuuf har'a gara wirtulee filmaataatti deemaa oolan.

Piyeer Nikurizizaan aangoo irra turuuf jecha yaaliin godhan waggoota darban shaniif aangoo irra kan isaan turse ta'uus lammiwwan biyyatti kuma 300 biyya isaanii gadhisanii akka dheessan dirqisiisee jira.

Hokkara yeroo sanaa namoonni dhibba hedduun keessatti dhuman qiyyaafannaa humnootii mootummaatu irra ture jechuun qorannaan Tokkummaan mootummootaa gaggeesse murteessuus mootummaan garu haalee jira

Yaadawwan Ilaali (7)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG