Xurree ittiin seenan

Breaking News

Giifti Dureen Itiyoophiyaa Manni Barnootaa Magaalaa Shireetti Ijaarsisan Xumuramaa Jiraachuun Ibsame


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Angawoonni naannoo kan Tigraay keessaa manni barnootaa sadarkaa lammataa magaalaa Shiree kan waajjira giifti duree Itiyoopohiyaan maallaqa argameen ijaaramaa jiru ji’a torba booda kan xumuramu ta’uu beeksisan. Shireen naannolee sana keessaa kan giifti dureen ijaarsa maneen barnootaa sadarkaa lammataaf qarshii miliyoona 20 ramadan keessaa ti.

Maddeen waajjira giifti duree VOAf akka ibsanitti Shireen maallaqa deggersa kan argatan magaalota shan keessaa tokko. Ijaarsi maneen barnootaa kanneen biroo xumuramuu beeksisaniiru jedha gabaase Mulugeta Atsbeha.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG