Xurree ittiin seenan

Breaking News

Vaayrasii Koronaa fi Addunyaa.Amerikaanoo Maal Keessa Jirti?


Addunyaa irratti lakkoofsii namoota vaayrasii koronaan qabamanii yeroo ammaa Miliyoona 5.3 yoo ta'u Kanneen vaayrasii kanaan du'an immoo Kuma 300 fi kuma 35 ga'uun beekamee jira.

Addunyaa irra biyyoot jiran keessaa Namoota vaayrasii Koronaan qabaman hedduu qabaachuun Amerikaan iddoo duraa irra jirti.

Garu dinagdee fi jirrenya iddoo duriitti deebisuuf jecha Daldallii fi manneen amantii adda addaa kan akka waldaa kristaanaa, Masjiidaa fi kanneen biroon akka deebi'anii banamaniif dhiibbaan godhamaa jira.

Gabaasa Kane Farabaugh erge caqasaa

Vaayrasii Koronaa fi Addunyaa.Amerikaanoo Maal Keessa Jirti?
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:00 0:00


XS
SM
MD
LG