Xurree ittiin seenan

Breaking News

Evarsitee Nidaayishmiye Filannoo Buruundii Injifatan


Evarsitee Nidaayishmiye
Evarsitee Nidaayishmiye

Paartii Buruundii bulchuu irraa kaadhimamaa ta'uun kan dhiyaatan Evarsitee Nidaayishmiye filannoo prezidaantummaa biyyatti injifatanii jiru.

Paartiin mormituu gama isaan shirri hojjatamuu isaaf ragaa guutuu qabna jedha.Komiishina filannoo fi paartii biyya bulchaa jiruutu wal ta'uun taajjabdoota mormituu firtulee sagalee itti kennan irraa ari'ee jechuun himatu.

Kanneen ba'ii filmaatichaa kana irratti gaaffii qaban guyyaa 10 keessatti akka galfatan yeroon kennamee jira.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Evarsitee Nidaayishmiye Filannoo Buruundii Injifatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:27 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG