Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkubii Koviid-19 Lubbuu Nama Meeqaa Galaafatee?


Addunyaa irratti lakkoobsii namoota vaayrasii koronaan dhumanii 350,000 darbuun isaa gabaafamee jira.Koriyaan Kibbaa namoonni 40 haaraa vaayrasii kanaan qabamuu beeksiiftee jirti.

Kunis namoota kaampaanii handaara magaalaa galma mootummaa biyyatti cina jiru waliin hidhata ka qaban waan ta'eef jecha aangawoonni namoota kaampanii sana keessa hojjatan irratti qorannaa fulleeffate gaggeessaa jiru.

Koriyaan kibbaa duraan weerara dhukkuba Koviidiin kan beekamaa turte yoo ta'u yeroo ammaa namoota dhukkubsatan qabaachuun addunyaa irratti biyya sadarkaa 50ffaa irra jirtu taateetti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG