Xurree ittiin seenan

Breaking News

Awustaaraliyaa Keessatti Talaaliin Vaayrasii Koronaa Ittisu Yaaliif Namaaf Kennamaa Jira


Awustaaraliyaa keessatti tallalii haaraan dhukkuba koviid-19 ittisa jedhamu yaaliif yeroo duraaf dhala namaaf kennamaa jira.

Namoonni 131 tallaaliin kun kan kennamee yoo ta'u umriin isaaniis 18-59 gidduu ta'uun ibsameera.Sagantaan kun magaalaa Meelbarn fi Birisbane keessatti gaggeffamaa jira.

Tallaalii kana kaampaanii Amerikaa Novaavaax jedhamuutu hojjate. Kunis baatii Amajjii darbee weerarri dhukkuba Koviid Chaayinaa keessatti ueroo ka'e ta'uun ibsamee jira.

XS
SM
MD
LG