Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoong Koong Keessatti Hiriirri Mormii Geggeeffamaa Jira


Seera wal-falmisiisaa ta'e kan waa'ee nageenyaa mormuun Hoong Koong keessatti hiriirrii mormii gaggeeffamee jira.Polisoonni hiriirtoota addaan facaasuuf waan ija namaa guubu dhukaasaa oolan.

Konyaalee biyyatti hedduu keessatti polisoonni eeguumsa kan cimsan yoo ta'u hiriirtoota hedduun isaanii dargaggoota kan ta'an kana buufata Baabuuraaan alatti akkasumas daandilee irratti sakatta'aa oolan.

Naannoo waajiroota mootummaa fi kaawunsilii seeraatti hedduminaan namoonni kan hiriiran ta'uus doorsiisa polisii sodaachuun adda faca'an.

Daandileen gara waajiroota mootummaatti geessan xixxiqaan illee cufamanii jiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG