Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunaaytid Isteetes, Briteen, Awustraliyaa fi Kaanaadaan Murtii Chaayinaa Balaaleffatan


Chaayinaan Hoong Koong irra seera nageenyaa biyooleessaa kaa'uuf murteessuu ishee Yunaaytid Isteetes, Briteen, Awustraliyaa fi Kaanaadaan balaaleeffatanii jiru.

Ministeeronni haajaa alaa kan biyyoota arfan kanaa walii wajjiin ibsa baasaniin Hoong Koong ofiin of bulchuuf mirga qabdu kan dhabamsisuu fi tasgabii fi badhaadhiina biyyattiin qabdu irratti sodaa uumameedha jedhu.

Kanaaf jecha tarkaanfii Chaayinaan fudhattee kana irraa yaaddoo akkaan jabaakan qaban ta'u ibsanii jiran.

Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG