Xurree ittiin seenan

Breaking News

Addunyaan Muddamaa Jiraattu Iyyuu Gabaan Sadarkaa Addunyaa Kan Har’aa Ol Ka’ee Jira


Monday’s big rally in Asia carried over to European markets despite multiple worldwide crises. Rakkoon sadarkaa addunyaa heddummaatus har’a gabaan addunyaa ol ka’ee jira. Gabaan addunyaa London dhibba irraa harka tokkoon yoo ol ka’u kan paaris dhibba irraa 1.1n ol kaa’ee jira. Gabaan Hoong Koong fi kan Shaangaai falmiin dipilomaasummaa US fi Chaayinaa gidduu kan yeroo ammaa jiraatus dhibba irraa harka 3.3n ol ka’ee jira.

Tookyoo, Sidindii, Se’ool fi Taayiwaanis akkasumas guddina argamsiisanii jiru. Dhukuti boba’aa US har’a barmeelli tokko doolaara 35.19tti gurgurame.

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG