Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriirtonni Joorj Filooyidiif Murtii Haqaa Barbaadan Gaaffiin Isaanii Hookkaraan Oofamuun Haguugame


Suraaleen hookkaraa fi saamichaa gabaasa oduu mormii Ameerikaa kan faallaa loogii sanyii fi yakka poolisiin hojjetamu haguugee jira. Haa ta’u malee uummati hedduun kanneen hiriira mormii kana irratti hirmaatan badii uumamaa jiru keessaa harka hin qaban.

Kan poolisiin adii Miniyaapolis keessatti morma obboleessa isaa irra dhaabachuun booda irras lubbuun isaa ba’e obboleessi George Floyd yaadannoo bakka obboleessa isaa irratti kun itti raawwatametti qophaa’ee irratti argamuu dhaan erga du’uu isaatii nagana boora’uu babal’aataa adeeme ilaalchisuun tasagabbii fi nageenyi akka bu’u gaafatee jira.

Kottaa hundumti keenya kana ni jijjiirra, ni jijjiirra. Maaloo nagaa dhaan haa geggeessinu jedhe.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG