Xurree ittiin seenan

Breaking News

Zooniin Walaayittaa Murtii Gumii Naannoo Keessaa Ba’uuf Murteesse Nan Cimsa Jedhe


Zooniin Walaayitaa bakka buutota isaa gumii naannoo uummattoota kibbaa keessaa baasuuf murteessuu isaa beeksise.

Murtiin kunis zooniin walaayitaa naannoo ta’uun akka isheen hundeeffamne sagalee ukkamsuuf tattaaffii godhame mormuuf jecha.

Naannoo sana bakka afuritti qooduuf mariin geggeessamaa jira. Bulchiinsi zoonii Walaayitaa akka jedhetti garuu fedhii naannoon hundeeffamuuf qabu irraa boodatti kan hin deebine ta’uu beeksisen jechuun

Yonatan Zebdiyos gabaaseera.

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG