Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganoonni Cichaan Hojjechuu Dhabuun Walitti Bu’iinsa Daangaa Irraa Hammeesse: Bulchoota Amaaraa fi Affaar


Murannoon Amaaraa xiqqaachuun daangaalee Amaaraa fi Affaar irratti walitti bu’iinsa uumamu dhaabbataan akka hin furamne godhe jechuu dhaan bulchitoonni naannolee lamaanii ibsanii jiru

Bulchitoonni naannolee lamaanii fi miseensonni naga eegumsaa walitti bu’iinsa daangaa naannoo sana jiru ilaalchisuun xumura turban darbee marii geggeessanii jiran. Namoonni VOAf dhiyeenya akka ibsanitti walitti bu’iinsi daangaa lamaan irraa haala yaaddessaa irra ga’eera jedhan.

Bulchoota lamaaniin kan hoogganamu mariin magaalaa Desee keessatti geggeessamee ture du’uu namoota badii hin qabaannee fi qaamaa hir’achuu, saamicha beeladaalee fi qabeenyaan manca’uuf walitti bu’iinsa sababaa ta’eef furmaata waariinsa qabu akka argamu irratti kan fuuleffate ture.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG