FINFINNEE —
Artist Haacaaluu Hundeessaa har'aa jechuunis Wiixata Waxabajj 29, 2020 akka lakkoofsa sa'aatii Itoophiyaatti galgala tilmaamaan naannoo sa'aatti 3:30 Magaalaa Finfinnee bakka adda Kondominiiyemii Galaan jedhamutti ajjeffame jedhamera. Yeroo amma reenfii isaa naannoo Labu akka jiru namoonni naannoo sana jiran dubataniru.
Akka odeeffannoo gahaa argannen sinitti deebina.
Yaadawwan Ilaali (130)
Yaada dabalataa fe'adhu