Xurree ittiin seenan

Breaking News

Midiyaalee Jeequmsa Kakaasaniif Akeekkachiisi Kennamee Jira


Abbaan aangoo bordii broodkaast kan Itiyoophiyaa jeequumsa yeroo ammaa biyyatti keessatti uumamee kanneen kakaasan ittiin jedhe Dhaabbattoota Midiyaa akeekkachiis kun ilaallata.

Bordii kanaaf Daayreekteera kan ta'an Dr. Getaachoo Dinquu midiyaalee kan mormitootaa ta'an kan akka Tigraay Midiyaa Haawus, OMN fi Dimtsii Wayyaanee jedhaman hokkara gosootaa kan kakaasuu fi biyyatti tasgabii dhabsisuu dhaabuu qabu jedhan.

Kun ta'u baannaan cufamuuf kan jiran ta'u xalayaa ittiin geenyee jirra jedhu.

Gama kaaniin tajaajilli intarneettii Kibxata darbee jalqabee guutummaa Itiyoophiyaa keessatti akkuma citeetti jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG