Xurree ittiin seenan

Breaking News

Biyya Maalii Keessatt Waraanni Paartilee Wajjiin Marii Gaggeessaa Jira


Bulchiinsa waraanaa gara Siviiliitti jijjiruu irratti mariin akeekkate kun har'a kaasee guyyaa sadiif gaggeeffama.

Hogganaan waraana biyyatti bulchaa jiruu kan ta'an Koloneel Assimi Gooytaa Kamiisa kaleessaa paartilee siyaasaa fi hawaasa sivilii magaala Baamaakookeessatti walitti qabuun adda addummaa qabnu cinatti dhiifnee biyyatti keessatti jijjirama haa fidnuu jedhanii turan.

Fonqoolcha mootummaa Hagayya 18 bara 2020 waraanni biyyatti gaggeessen prezidaantiin Maalii Ibraahiim Keeytaa aangoo irraa darbamnii biyyattiin waraanaan buluu eeaga jalqabdee baatii tokko ta'uuf jira

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG