Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godinaaleen Kibba Dhiyaa fi Aanaan Addaa Kontaa Bulchiinsa nNaannoo Tokko Jalatti Gurmaa'uuf Walii Galan


Koonsoo
Koonsoo

Sadarkaa mana maree godiina ofitti eega mari'atanii booda bulchiinsa naannoo haaraa kan "Itiyoophiyaa Kibba Dhiyaa" jedhamu jalatti gurmaa'uuf kan murteessan.

Isaanis godinaalee Kafaa,Da'uroo,Shakkaa,Beench Shakkoo,Omoo Dhiyaa fi aanaa addaa Kontaa ta'uun ibsamee jira.

Murtii kanas koree dhaabbataa waa'ee eenyummaa kan mana maree Federeshiniif ergamuun ibsamee jira.

Sadarkaa Godinaatti kan dubbatamuun ala mootummaa Federaalaas ta'e mana maree Federeshinii biraa akkaataa gurmeessuu kan ilaaleen waan dubbatamee hin jiru jechuun Yonaataan Zabdiwoos gabaasee Jira.

Godinaaleen Kibba Dhiyaa fi Aanaan Addaa Kontaa Bulchiinsa nNaannoo Tokko Jalatti Gurmaa'uuf Walii Galan
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:49 0:00


XS
SM
MD
LG