Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gorsaan Traamp Vaayrasii Koronaan Qabaman


Faayilii - Gorsaa gameessaa pirezidant Traamp,Stivan Mileer
Faayilii - Gorsaa gameessaa pirezidant Traamp,Stivan Mileer

Prezidaant Traampiif gorsaa gameessaa akkasumas haasawaa prezidaantichi dhageesisan barreessuun kan beekaman Stivan Mileer vaayrasii Koronaan qabamuun ibsamee jira.

Angawaa gameessi bulchiinsa Traamp keessaa akka jedhanti lafa Traamp vaayrasichaan itti qabaman masaraa mootummaa keessaa weerar vaayrasii koronaa to'achuuf aangawoonni yaalii yeroo gochaa turanti Mileer hin qabamne turan jedhan.

Giftii dureen Yunaaytid Istees dabalatee gargaartonnii Traamp fi kannen itti dhiyeenya qaban vaayrasii Koronaan qabamaa jiru.

XS
SM
MD
LG