Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Haal Jiru Dammaqiinsaan Eguu Qaba: Izemaa


Mootummaan Itiyoophiyaa nageenyaa fi tasgabii biyyatti irratti oloola ofaman kannee balaa uumuu danga'an dammaqinsaan hordofee tarkaanfii seeraa akka fudhatu Izemaan waamicha dhiyeessee jira.

Paartleen imaammata adda addaa kan ilaaleen uummataaf dhimmi dhiyeessan irratti mootummaan murtii dabarsuu fi hojii irra oolchu irraa akka of qusatuufis gaafatee jira.

Waajiira Izemaaf itti gaafatamaa kutaa hariiroo alaa kan ta'an Obbo Naatnaa'eel Fallaqee akka jedhanti mootummaan mirga bu'uraa kan yaada ofii ibsachuu fi mirga Demokraasii ka biroo irratti tarkaanfii akka fudhatuuf paartiin keenya hin fedhu jedhanii jiru.

XS
SM
MD
LG