Xurree ittiin seenan

Breaking News

Projektiin Hojjettoota Indurstiyaal Paarkii Hawaasaa Hojii Isaanii Irra Akka Turan gargaaru Jalqabamuutu Ibsame 


Faayilii - Indurstiyaal Paarkii Hawaasaa
Faayilii - Indurstiyaal Paarkii Hawaasaa

Hojjettoonni Industriyaal Paarkii Hawaasaa keessaa hojii dhiisanii deeman dhibba irraa harka 60 ol ta’an tasgabbaa’anii akka hojii itti fufan kan gargaaruu fi akkasumas hojjettoota durbartootaa paarkichaa irra ga’a kan jedhame dararaa quunnamtii saalaa hambisuuf projektiin hojjetu doolaara ameerikaa miliyoona sadiin jalqabsiisuu isaa Plan International beeksisee jira.

Projektiin kun banamuun baadiyyaa fi naannolee ka biroo irraa hojjettoonni dhufan ragaa ga’aa argatanii hojii isaanii irra akka turanii fi rakkoo biyyaa godaanuu kan hiiku ta’uu hoji geggeessaan paarkichaa obbo Fitsum Katamaa dubbataniiru.

Projektiin Hojjettoota Indurstiyaal Paarkii Hawaasaa Hojii Isaanii Irra Akka Turan gargaaru Jalqabamuutu Ibsame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:03 0:00


XS
SM
MD
LG