Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dorgommiin Prezidaantummaa Trampii fi Baayiden Weerara Koronaa fi Filooridaa Irratti Fuuleffata 


Guyyaan filannoo ga’uuf baatiin tokko hafee ennaa jiru kanatti lammiiwwan Ameerikaa hedduun sdursanii sagalee kennaniiru ykn garaa mana poostaa sagalee isaanii erganiiru. Hedduunis ammaa fi Sadaasa 3 gidduu yeroo jirutti sagalee kennu jedhamee eegama.

Itti aanaa prezidaantiin duraanii kaadhimamaan paartii dimokraatotaa Joo Baayiden kutaa falmisiisaa ta’e Filooridaa keessatti duula filannoo geggeessaa turan. Kan COVID-19 irraa dandammataa jiran prezidaant Doonaald Tramp immoo yeroo dhiyoo duula filannoo geggeessuutti kan deebi’an ta’uu dubbatan.

Dorgommiin Prezidaantummaa Trampii fi Baayiden Weerara Koronaa fi Filooridaa Irratti Fuuleffata
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:03 0:00


XS
SM
MD
LG