Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni Maree Bulchiinsa Naannoo Sidaamaa Gumii Jalqabaa Gaggeessee Jira


Faayilii - Magaala Hawaasaa
Faayilii - Magaala Hawaasaa

Baatii Waxabajjii darbee bulchiinsa naannoo ta'uun kan hundeeffame manni maree sidaamaa aangoo eega qabateee as yeroo duraaf gumii gaggeeffatee jira.

Sambataa fi Dilbata darbee kana gumii gaggeeffame kana irratti dhimmootii adda addaa irratti mariin eega gaggeeffamee booda murtii dabarsee jira.

Bara haaraa seenee kan Itiyoophiyaa kanaaf Baajata qarshii Biliiyoona kudha fi miliyoona dhibba torbaa fimiliyoona 25 fi kuma dhibba tokkoo fikuma afurtamii lama(10,725,142,000.00) kan murteesse yoo ta'u kunis mootuummaa Federaalaa fi galii argaman irraa kan kennamuu ta'u Yonaataan Zabdiwoos gabaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG