Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyaa Kolombas Har'a Kabajamee Jira


Onkolooleessi 12 Amerikaa Keessatti guyyaa Kolombas Jedhamuun sadarkaa Federaalaatti Kabajama.Onkolooleessa 12 bara 1492 Doniin namoota Spaanish 3 hoggana nama Kristoofar Kolombus jedhamuun odoola yeroo ammaaBahaamaas jedhamtu irra qubatan.

Kun immoo ardii haaraa Amerikaa jedhamtu argamsisuu qofa hin turre.

Bara 1492 uummanni addunyaa irra jiru akka hawaasa addunyaatti walitti dhufuu isaan kabajama.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG