Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkubii Koviid-19 Hiyyummaa fi Beela Hammeessee Jira


Jaarmayaan Nyaataa fi qoqnnaa kan Tokkummaa mootummootaa akka ibseetti Afrikaa keessatti fakkeenyaaf walitti-bu'insaa fi jijjiramnii qilleensaa haala duraanuu rakkisaa turan daran hammeesse.

Beela dhamsisuuf yaalii jarmayaan kun gochaa ture sababaa dhukkuba koviid-19n kan ka'e lafa waggaa 10 dura tureetti deebi'ee jedha.Warri sababaa dhukkuba Koviidiin kan ka'e hojii dhaabanii mindaas dhaban kan biyyoota guddataa jiran keessaa nyaata argachaa hin jiran.

Addunyaas kufaatii mudateen kan ka'e hanqiinni nyaataan rakkataa kan jiran lakkoofsii isaanii Muliyoona 100 fi Miliyoona 32 ga'uibsee hiyyumiis akkasuma akka dabaluuf jiru jaarmayichii beeksisee jira

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG