Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ramaddiin Barnootaa Haaran Ministirii Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Ola’anootin Ifa Godhame


Dhabbileen barnootaa ol’aanooon Itiyoophiyaa ramaddiilee barnootaa haarawa bakkaa shanitti hirameen adda qoodamanii barumsa akka kennan Ministiriin Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Ola’anoo murteesse jira.

Ramaddiileen barnootaa kuneen xiyyeffanaa barumsaa muraasaaf giddugala muuxannoo akka ta'aniif gargaara jedhame.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Ramaddiin Barnootaa Haaran Ministirii Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Ola’anootin Ifa Godhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:24 0:00


XS
SM
MD
LG