Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Awutoobusiilee Dabalataa Ramaduu Beeksise


Itti-aaantuu kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee (Suuraa faayilii)
Itti-aaantuu kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee (Suuraa faayilii)

Rakkoo tajaajila geejjibaa yeroo gara yerootti dabalaa dhufe furuuf akka hojjetamuu qabu kan hubachiiisan itti-aaantuun kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee, bulchiinsi magaalattii rakkoo geejjibaa kana hanqisuuf jecha autoobusoota 560 kireeffatee hojiitti bobbaasee jira, jedhan.

Hanqina tajaajila geejjibaa irraa kan ka’e hawaasni weerara COVID 9f akka hin saaxilamne yaadamee akka awutoobisiileen kun kireeffatamanii fi hojii irra oolfaman taasisamuullee, Biiroon Geejjiba Finfinnee beeksisee jira.

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Awutoobusiilee Dabalataa Ramaduu Beeksise
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:47 0:00



XS
SM
MD
LG