Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hojiileen Ittisa COVID 19 Waan Hojjetamuu Hanqataniif Mana-barnootaatti Deebi’uun Hin Milkaa’iin Hafe, Jedha Mootummaan Naannoo Oromiyaa  


Barattoota qormaata kutaa Kudhanii fudhachaa jiran (Suuraa faayilii)

Barnootni sababaa COVD 19f addaan citee ture, maneen barnootaa Oroomiyaa keessaattii Sadaasa 7 bara 2013 ni eegalama jedhamee tureyyuu, akka karoorfametti egalamuu dhabuu, Biiroon Barnootaa Naannichaa beeksisee jira.

Biroon Barnootaa Oromiyaa, maneen barnootaa irra-deebi'anii banuun kan hin milkaa’iin hafeef sababa hojiileen ittisa Vaayirasii Koronaa hojjatamuu qaban guutamuu dhabaniifi, jedha.

Hojiileen Ittisa COVID 19 Waan Hojjetamuu Hanqataniif Mana-barnootaatti Deebi’uun Hin Milkaa’iin Hafe, Jedha Mootummaan Naannoo Oromiyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:48 0:00


Yaadawwan Ilaali (9)

XS
SM
MD
LG