Xurree ittiin seenan

Breaking News

Joo Baaydin Angawoota Muuduuf Qopheessan Maqaa Beeksisuu Itti Fifanii Jiru


Kan prezidaantummaa Yunaaytid Isteetesiif filataman Joo Baaydiin ministeera manneenii fi misooma magaalaa kan ta'uuf jiran bakka buutuun deemookraatootaa keessa tokko kan ta'an Marsiyaa Faaj maqaa dhahuuf jiru jechuun maddeen oduu kan biyyatti ibsaa jiru.

Angoo Ministeera Qonnaaf immo Tom Vislaak kan maqaa dhahaman yoo ta'u bara bulchiinsa prezidaant Obaamaas waggootii saddeetiif aangoo wal fakkaataa irra turan.

Vislaak duraan bulchaa kutaa Ayowaa kan oomiisha qonnaan biyyatti keessatti barbaachiftuu fi beekmtuu turan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG