Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Itiyoophiyaa Tigraay Keessatti Dullii Waraanaa Gaggeesse Seera Qabeessa: Musaa Faakii


Faayilii - Dura ta'aa Komiishina Gamtaa Afrikaa, Musaa Faakii

Tokkummaa fi tasgabii biyyatti akkasumas sirna heera irratti ijaaramee eegsisuuf jecha mootummaan Itiyoophiyaa murannoo tarkaanfii fudhate jechuun Musaan walgahii IGAAD irratti dubbatan.

Dura ta'an komiishina gamtaa Afrikaa kana jechuun isaanii akka injifannoo gama diploomaasiin argameetti lakka'ama kan jedhe mootummaan Itiyoophiyaa ejjennaan gamtaa Afrikaas ta'e kan IGAAD ejjennaa biyyoota miseensa ta'anii ta'e fudhatama jedha.

Gama kaaniin walitti bu'iinsa naannoo daangaa Sudaanii fi Itiyoophiyaatti uumamee kan ilaaleen mariin gaggeeffamee jira.

Gabaasa Iskindir Frew Ergee Caqasaa

Mootummaan Itiyoophiyaa Tigraay Keessatti Dullii Waraanaa Gaggeesse Seera Qabeessa:Musaa Faakii
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:37 0:00


Yaadawwan Ilaali (4)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG