Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimma Itiyoophiyaa fi Sudaan Maanguddummaan Nan Ilaala: Sudaan Kibbaa


Qabeenya lafaa irratti falmii keessa kan jiran Itiyoophiyaa fi Sudaan dhimma isaan maanguddummaan ilaaluuf qophii ta'u ishee Sudaan Kibbaa beeksiftee jirti.

Gabaasaaleen sabaa himaa adda addaa akka jedhutti gorsaan nageenyaa kan prezidaantii Sudaan Kibbaa Tut Gatluak dura ta'aa kaawunsilii abbaa biyyummaa mummicha kan Sudaan Abdel Fattah Al Burhaan waliin wal arganii jiru.

Yaadawwan Ilaali (8)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG