Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koiid-19 Bifa Jijjirachuun Afrikaa Kibbaa Yaaddeesse Jira


Koiid-19 Bifa Jijjirachuun Afrikaa Kibbaa Yaaddeesse Jira. Gama Kaaniin Shamarran Faca'iina dhukkuba kanaaf Jecha mana keessa tursuunis Rakkoo Qaba Jedhamee jira.

Afrikaa Kibbaa talaaliin Astraa-zenekaa jedhamu akaakuu vaayirasii KOVID 19 haaraa dhufe ittisuu irratti dandeettiin inni qabu xiqqaa waan taheef talaalicha kennuu yeroof dhaabdee jirti.

Gama kaaniin Weerara Vaayirasii Koronaa ittisuuf jecha ijoolleen durbaa baruumsa dhiisanii mana keessatti itti cufamee taa’uun, akka kittaannaa fi miidhaalee adda addaaf saaxilaman taasisuu mala,jedhu, gareeleen mirgaaf falman.

Gabaasaalee Anitaa Paawel, Afrikaa Kibbaa irraa, Liisaa Shilaayin, Jenvaa irraa ergan caqasaa.

Koiid-19 Bifa Jijjirachuun Afrikaa Kibbaa Yaaddeesse Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:04 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG