Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Baaydiin Uummata Waliin Marii Gaggeessan


Prezidaantii Amerikaa Joo Baaydin
Prezidaantii Amerikaa Joo Baaydin

Prezidaantiin Amerikaa Joo Baaydin kongrasa biyyatti wal qoodee cinatti dhisuun kallattiin uummata Amerikaatti gama Televiziyoonaan Kibxata galgala dubbatanii jiru.Kunis marii Wiiskaansan keessatti uummata waliin gaggeeffameen yoo ta'u gama sii en en (CNN) tamsaafamaa ture.

Yeroo kanattis sagantaa bayyanachiisa dinagdee biyyattiif Doolaarri Miliyoona 1.9 akka ehamamuuf iyyatan.

Marii kana irratti kanneen hirmaatan prezidaant Baaydan kan deggeranii fi morman ta'uun ibsamee jira.

Baaydiin prezidaantii eega ta'anii as yeroo duraaf magaalaa Waashingtaniin ala imalan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG