Xurree ittiin seenan

Breaking News

Aangawoonni Mootummaa Naannoo Oromiyaa Himata IZEMAn Ajjeechaa Miseensa Paartichaa Laalchise Dhiheesse Fudhatama Dhabsiisiisan


Aangawoonni Mootummaa naannoo Oromiyaa, kan Paartiin IZEMA, miseensa paartii isaa dhiheenya magaalaa Bishooftuu keessatti ajjeesameef itti gaafatamaan paartii taayitaa mootummaa harkaa qabu, paartii Badhaadhinaa ti, jechuun balaaleffate, fudhatama dhorkatanii jiran.

IZEMAn ajjeechaa siyaasaan toosisame, jedhuu fi balaaleffannaan paarticha irratti deddeebi’ee geggeessamu, jedhu sana irraa ka’uudhaan, filannoon dhufu karaa tasgabbii qabuun geggeessamuuf shakkii qabu ibsee ture.

Yaadawwan Ilaali (5)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG