WAASHINGITAN, DIISII —
Gargaarsaan namoomaa fi Fiilmii badhaasa Oskaariif kaadhimamee “HOTEL RWANDA” jedhamu keessatti falmaa mirgaa senaan isaa akka nam-fakkii ijootti hojjetame – Pool Ruseesaa Baaginaa irratti yakka ilaalchii gaafa Guraandhala 17 jalqabamee jira.
Mr. Ruuse-saabaaniinaan gurmuu fimnciltootaa biyyattii keessaa gargaarsa, jedhamuudhaan, Fulbaana bara 2020 ka qabame yoo tahu, maatiin isaa fi deggertoonni isaa garuu, “Dubaayitti otuu inni xayyaara isaa dhuunfaatti seenuuf jedhuu butamee fedhii isaa malee gara Ruwaandaatti waan fudhatameef, manni-murtii Ruwaandaa dhimma kana ilaaluuf aangoo hin qabu,” jechuun falman.
Yaadawwan Ilaali (1)
Already have an account? Log in
Not a registered user? Sign up
Yaada dabalataa fe'adhu